Skip to content

Our Language

Ummatni keenya Afaan, Aadaa, Safuu Duudhaa fi Sirna Gadaa jabaa Addunyaan har’a Dimokiraasii jedhee waamu jaarraa hedduun dura kan itti bulaa turee fi bulchaa ture qaba.